LibreOffice 7.4 Help
Dheerina tarree filamee tarree isa dheeraa waliin wal simsiisuuf filannoo keessatti sirreessa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose Table - Size - Distribute Rows Evenly
Kamshaa Guutola kabala Gabatee irraa baniitii,
cuqaasi.
Distribute Rows Evenly